consequence
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Gochima
[gulaali]Gochima Afaan Ingiliffaa
- bu'aa, gatii, haala waanti tokko fiduu danda'u
- barbaachisummaa ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Seenaa) * bu'aa, wanta gaarii ykn gadhee gocha taatee rawwatame tokko booda mul'atu ykn itti aansuun dhufu. Bu'aan waraana addunyaa 2^ffaa manca'ina qabeenyaa, du'a namootaa fi kkf ture