aspect
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- kallattii, roga ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Ji’oogiraafii) * kallattii, gara teessumni gaara tokko itti gara galee argamu ykn karaa wanti tokko itti argamu. Fknf: magaalaan Mattuu kallattii kibba dhihaatti argamti (Finfinnee irraa)
- (Seer-luuga) * haala raawwii, tajaajila caaslugaa kan haala waan tokko itti raawwateagarsiisudha